Ameerikaan dhimma keessoo biyyoota biroo gidduuseenuurraa of qusachuun dhimmota namoomaa dhuunfaa ishii furuu akka qabdu Chaayinaan hubachiifte. - ENA Afaan Oromoo
Ameerikaan dhimma keessoo biyyoota biroo gidduuseenuurraa of qusachuun dhimmota namoomaa dhuunfaa ishii furuu akka qabdu Chaayinaan hubachiifte.

Mudde 12/2014(TOI) - Ameerikaan dhimma keessoo biyyoota biroo gidduuseenuurraa of qusachuun dhimmota namoomaa dhuunfaa ishii furuu akka qabdu Chaayinaan hubachiifte.
Ameerikaan gidduu seentummaa biyyoota biraa irraa of qusachuun rakkoolee dhuunfaa ishii furuu qabdi jedhan, Dubbii Himaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Zaaho Ligiiyaan
Dubbii Himaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Zaaho Ligiiyaan Ameerikaan dhimmota sarbama mirgaa namoomaa ishii hiikuuf xiyyeeffannoo kennuu akka qabdu hubachiisuun"inumaayyuu yakkaa duguuggaa sanyii kanaan dura uummataa ishiirratti raawwatame koree hundeessuun qorachuu qabdii" jedhan.
Biyyattiin dhimma lammiilee Ameerikaa cunqurfamanii hiikuufi furmaata itti kennuu qabdii jedhan;Ameerikaan gidduuseentummaa biyyoota biroorraa akka of qusattus hubachiisaniiru.