Godina Iluu Abbaa Booritti Mariin Hawaasaa Adeemsifamaa Jira

64

Mattuu Bitootessa 26/2011 Muummichi ministira doktar Abiyyi Ahimad fi pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa hawaasa godina Iluu Abbaa Boor waliin marii misoomaa magaalaa Mattutti adeemsifamaa jira.

Marii hawaasa waliin guyya har'aa adeemsifamaa jiru kana irratti jiraattota godina Iluu Abbaa Boor, abboottii Gadaa, abbootii amantaa dabalatee ummani lakkoofsisaa kuma 1 ol ta'u hirmaachaa jira.

Hawaasni godinichaas gaaffii adda addaa kassa jira.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015