Manni Maree Magaalaa Dirree Dawaa Yaa’ii Ariifachiisaa gaggeessaa jira

106

Finfinnee, Muddee 5/2014 (TOI) – Manni Maree Magaalaa Dirree Dawaa Yaa’ii ariifachiisaa 7ffaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiraachuu ibsame.

Yaa’ii ariifachiisaan kun wixinee labsii Inistiityuutii Pilaanii bulchiinsa magaalichaa hundeessuu, Caaseeffama Pilaanii magaalichaa, tajaajila qaamolee hojii raawwachiiftuu mana qopheessaa irra deebiin hundeessuuf ba’ee fi hojiirra oolmaa isaa murteessuuf ba’erratti mari’achuun ni raggaasiisaan eegama.

Dabalataan manni marichaa muudamoota garaagaraa ni laata jedhame.Manni Marichaa dhiibbaa fi giddu seentummaan biyyoota lixaa dhaabbachuu akka qaba duula Nigahaatti makamuun yaa’ii isaa eegaleera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015