Akkadaamiin hoggansaa Afrikaa, baratoota gahumsa hoggansaa irratti diigira lamaffaan leenjisaa ture eebbise.

103

Mudde, 02 / 2014 (TOI) - Akkadaamiin hoggansaa Afrikaa, baratoota gahumsa hoggansaa irratti diigira lamaffaan leenjisaa ture eebbise. Baratoonni Akkadamiichi eebise kun sadarkaa biyyaatti kan walitti dhufan yoo ta'u, damee barnootaa 9 barnoota isaanii hordofaa kan turan baratoota 171 dha.

Kanneen keessaa 154 dhiira yoo ta'an 17 immoo dubartootadha jedhameera.Siorna eebba baratoota kana irratti Af-Yaa'iin mana maree bakka bu'oota uummata obbo Taaggasaa Caafoo, pireezidantiin Akkaadamii hoggansaa Afrikaa doktar Mirat Dababeefi hoggantoonni biroon argamaniiru.

- Naannoo kee eegi!

- Gara adda waraanaatti duuli!

- Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015