Hawaasniinni manneen barnootaa fi Poolisii magaalaa Finfinnee oomishaa maatii duultota walitti qabaa jiru.

66

Sadaasa, 28/2014 (TOI) - Hawaasnii manneen barnoota fi Poolisii magaalaa Finfinnee oomisha duultota birmadummaa biyyaa kabachiisuuf duulanii walitti qabaa jiru.

Manneen barnootaa magaalichaa fi miseensoonni poliisii Finfinnee waliin ta'uun gadina adda Oromiyaa naannaawwaa Finfinnee Sandaafaatti argamuun oomisha walitti qabaa jiru.

Oomisha walitti qabuu kana irratti Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen dabalatee hoggantoonni magaalichaa biroon argamaniiru.

Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf kanneen adda waraanatti hirmaatan malee lammileen hundi hojii irratti bobba'anii jirani irratti cimanii hojjechuun qaamaa birmadummaa biyyaa kabachiisuu akka ta'an hojjetamaa jira.

- Naannoo kee eegi!

- Gara adda waraanaatti duuli!

- Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015