Waamicha “Namoonni mil. tokko gara biyyaa” jedhuun tiketiin saffisaan gurguramaa jira

57

Sadaasa, 25/2014(TOI)-Waamicha “Namoonni miiliyoona tokko gara biyya” jedhu hordofee tikeetiin Xiyyaaraa saaffisaan gurguramaa jiraachuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri Itoophiyaa Ambaasaaddar Fitsum Araggaa ibsan.

Daandiin xiyyaara Itoophiyaa, Hoteelonniifi dhaabbileen keessummeessitootaa qophii waamichicha madaalu taasisuu akka qaban eeraniiru.

Namoonni biyyasaanii jaallatan Tikeettii xiyyaaraa bitaa jiraachuu Ambaasaaddar Fitsum kaasaniiru.

Tikeettiin gurguramaa jiru yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramu ta’uu Magaalaa Loos Aanjelesitti argeera jedhan.

  • Naannawa keessan eegaa!
  • Gara adda waraanaatti duulaa!
    -Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015