Obbo Shimallis Abdiisaa fi doktar Injineer Haabtaamuu Ittafaa ooyiiruu Qamadii Kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan.

74

Sadaasa, 24/2014 (TOI) - Pirezidaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaa fi Ministirri Bishaanii fi Inarjii doktar injineer Haabtaamuu Ittifaa Godina shawaa kibba lixaa aanaa Iluutti ooyiuu qamadii jallisii bonaan kilaasteraan oomishamaa jiru daawwatan.

Aanichatti lafti heektara 1888 jallisii bonaan qamadiin irratti oomishamaa jiraachuu bulchaan godina shawaa kibba lixaa obbo Naannechaa Erbaa himaniiru.

Lafa kana keessaa haga ammaatti heekatarri 390 irra qamadiin facaafameera.

Lafa hafee irraas torban lama keessaatti qamadiin ni facafama jedhaniiru.

Naannoo kee eegi!
Gara adda waraanaatti duuli!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggari!

-

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015