Ambaaleen masaraa mootummaatii badan to'ataman

58

Sadaasa, 23/2014(TOI)- Meeshaaleen garagaraa masaraa mootummaatii badanii turan biiroo Obbo Taklabiraan Ambaayee Gamoo Eednaamoolirratti argamu keessatti to'atamuu ibsame.

Ambaaleen sakata'iinsa poolisiin taasiseen argaman kun maqaa mootii Itoophiyaa duraanii Hayilasillaasee kan itti barreeffamee jirufi Meetii irraa kan hojjetaman ta'uun himameera.

Sakatta’insa kanaan ambaaleen masaraa mootummaa keessaa hataman waliin raadiyoo walquunnamtii fi meeshaaleen waraanaa biroon qabamaniiru.

- Naannawa keessan eegaa!

- Gara adda waraanaatti duulaa!

-Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015