Poolisiin FedeEraalaa haala nageenya biyyaalessaa yeroo ilaalchisee lakkoofsa bilbilaa odeeffannoo fi eeruu poolisiif ittiin ga’an ifoomse

90

Sadaasa 16/2014(TOI)- Poolisiin FedeEraalaa haala nageenya biyyaalessaa yeroo ilaalchisee lakkoofsa bilbilaa odeeffannoo fi eeruu poolisiif ittiin ga’an ifoomse.

Poolisiin FedEeraalaa haala nageenya biyyaalessaa yeroo ilaalchisee lakkoofsa bilbilaa odeeffannoo fi eeruu poolisiif ittiin ga’an ifoomseera.

Qaamni odeeffannoo, eeruu fi tajaajila argachuu barbaadu karaa sarara bilbila bilisaa armaan gadiitti eeramaniin tajaajila sa’aatii 24:00 argachuu kan danda’u ta’uunis ibsameera.

Haaluma kanaan ፡-

Poolisii Federaalaaf- 816 , Poolisii Magaalaa Finfinneef- 991 bilbiluun odeeffannoo, eeruu fi tajaajila barbaadan argachuun kan danda’amu ta’uun ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015