‘’Arfiikaan dhugaa fi Itiyoophiyaa waliin dhaabbatteetti’’----muummicha ministiraa Abiy Ahmad

162

Sadaasa 4/2014( TOI) - ‘’Arfiikaan dhugaa fi Itiyoophiyaa waliin dhaabbatteetti’’jechuun muummichi ministiraa Abiy Ahmad ibsan.

Doktar Abiy Ahmad fuula tiwutarii isaaniirratti ergaa dabarsaniin Afriikaan dhugaa fi Itiyoophiyaa waliin dhaabbachuu ishee ibsan.

Alaabaan Itiyoophiyaa mallattoo bilisoomuu Afriikaanotaa ta’uu eeruun , ‘’Biyyoonni Afriikaa baay’een faajjii bilisummaa Itiyoophiyaa kan ta’e alaabaa magariisa, keelloo fi diimaan qabsoof kakaasaa ture ‘’ jedhan muummichi ministiraa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015