Waldichi meeshaalee birrii kuma 300 baasaan gargaarsa taasise. - ENA Afaan Oromoo
Waldichi meeshaalee birrii kuma 300 baasaan gargaarsa taasise.

Finfinnee, Onkololeessa 15/2014 (TOI) - Waldaan ogeeyyii Seeraa Amahaaraa adda waraanaa Walloon humnoota nageenyaa garee shororkeessaa ABUT waraanaa jiraniif waantoota gatii birrii kuma 300 baasan gargaare.
Deeggarsi kunis garee shororkeessa ABUT balleesuuf kanneen addichatti argaman ni onnachiisa jedhameera.
Deeggarsi kunis mata dure ''Ofirraa ittisuun mirga uumamaati '' jedhuun raawwatame jedhameera.
Walitti qabaan Waldichaa obbo Salamoon Ayyaalewu akka jedhanitti deeggarsichii, Kophee, kan ittiin nyaata bilcheessanfi Ruuziidha.Deeggarsi taasifamee kunis walii galaan gatiin isaa kuma 300 kan ta'u ta'uu himuun, gara fuula duraattis deeggarsa kana cimsanii kan itti fufan ta'uu himaniiru.
Hawaasni hundii homnoota nageenyaa duula kanarratti hirmataaniif dawoo ta'uu cimsanii akka itti fufaniis gaafataniiru.
Dargaggeeyyiin garee shororkeessaa kana balleesuuf hirmaannan taasisaan cimuu qabas jedhaniiru.
Weeraea gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaari fi Amahaaratti taasisee Rayyaa Ittisa Biyyaa fi humnoonni nageenyaa biroon qolachaa jiru.