Humni Qilleensaa Itoophiyaa naannawwa aAduwaatti kan argamuu bakka oomisha meeshaa waraanaa fi Uffataa garee shorkeessaa ABUT haleele.

89

Finfinnee, Onkololeessa 14/2014 (TOI) - Humni Qilleensaa Itoophiyaa naannawwa aAduwaatti kan argamuu bakka oomisha meeshaa waraanaa fi Uffataa garee shorkeessaa ABUT haleelu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.

Haaluma walfakaatuun Humni Qilleensaa Itoophiyaa Adda Waranaa Lixaatti giddugala leenjii fi gurmeessa humna namaa garee shororkeessaa ABUT Maayixaabiriitti argamu haleeluu ibsame.

Haleellichi giddugala leenjii fi ajeja waraanaa gareen shororkeessaa kun itti fayyadamurratti kan fuulleffate ta'uu himameera.

Lammiilee nagaaf of eeggannoo cimaan taasisuun toora fuulleffannoorraatti haleellaa raawwachuu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015