
Onkololeessa 6/2014 (TOI) – Yuunivarsiitiin Dambii doolloo baratoota gosa barnoota adda addaa barsiisaa ture kuma 1 fi 127 guyyaa har’aa eebbise.
Yuunivarsiitichi baratoota har’a eebbise keessaa kumni 1 fi 42 digirii jalqabaan kanneen hafan immoo digirii lammaffaa barachaa kan turanidha.
Yuuvarsiitichi sirna eebbaa kanarratti obbo Leencoo Lataatif dooktara kabajaa akka kennu ragaan OBN irra argame ni mul’isa.