Lammiileen 428 Sa'uudi Arabiyaatii gara biyyaa galan.

61

Onkoloolessa 06/2014(TOI)-Lammiileen 428 Sa'uudi Arabiyaatii gara biyyaa galan.

Biyyoota garaa garaa keessatti namoota rakkoo keessa jiran gara biyyaatti deebisuuf hojii hojjatamaa jiruun guyyaa kaleessaa lammiileen 428 Sa'uudi Arabiyaatii gara biyyaa galaniiru.

Namoota gara biyyaa deebi'an kanneen keessaa 172 daa'imman ta'uusaanii odeeffannoon Waajjira dubbii himaa Ministteera Dhimma Alaa irraa arganne ni mul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015