Ministirri Muummee FDRI dooktar Abiy Ahimad hoggantoota olaanoof muudama laatan

63

Finfinnee, Fulbaana, 29/2014 (TOI)- Ministirri Muummee FDRI dooktar Abiy Ahimad waajjiralee Ministeerotaaf Ministir deettoota akkasumas komishinaroota dhaabbilee lamaafi waajjiraa ministiraa Muummeetti muudama laataniiru.

Muudamtoota keessaayis morkattoonni siyaasa gara miseensoota hoggansaatti kan makamaan yoo ta’u, Paartii Innaat irraa aadde Tiruumaar Abbaataa ministirr deettaa ministeera Pilaanii fi misoomaa akkasumas paartii walabummaa fi tokkummaarraa aadde Naabiyaa Mahaammad Ministir deettaan Ministeea Hojii fi Kalaqaa taasisuun muudaniiru.

1.Ministeera Dhimma Alaa

Ambaasaaddar Redwaan Huseen- damee dhimmoota dippiloomaasii siyaasaa fi diinagdeetti Ministir deetaa

Aadde Birtukaan Ayyaanoo- damee bulchiinsa qabeenyaa fi tajaajilaatti Ministir deetaa

2.Ministeera Maallaqaa

Dooktar Iyyoob Takkaaliny- damee dhimmoota Fisikaalaatti Ministirr deetaa

Aadde Saamritaa Saawaasaw- damee tumsa diinagdeetti
Ministir deetaa

3.Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa

Dooktar Ahimad Mahaamad- damee Koniistiraakshiniitti Ministir deetaa

  1. Ministeera Qonnaa

Dooktar Mallasaa Mokkoonnin- damee qonnaa fi hortikaalchariitti Ministir deetaa

Dooktar Fiqruu Raggasaa-damee misooma beelladaa fi qabeenya qurxummiitti ministir deetaa

Proofeeser Iyaasuu Eliyaas-damee qabeenya umamaatti Ministir deetaa

Dooktar Soofiyaa kaasaa-damee qonnaa fi invastimantiitti Ministir deetaa

  1. Ministeera Nageenyaa

Obbo Taayyee Danda’aa- Ministir deetaa Ministeera nageenyaa

Dooktar Siyyuum Masfiin- Ministir deetaa Ministeera nageenyaa

6.Ministeera Haqaa

Obbo Alamantee Aggidaaw-damee seeraa mootummaa fi tajaajila haqaatti Ministir deetaa

Obbo Fiqaaduu Tsaggaa-damee abbaa alangaa waliigalaatti Ministir deetaa

7.Ministeera daldalaa fi hariiroo naannolee

Obbo Daangee Boruu-damee hariiroo daldalaa fi daldalaa alaatti Ministir deetaa

Obbo Hasaan Mahaammad-damee sirna daldalaa fi laayisensiitti Ministir deetaa

Obbo Indaalaaw Mokkoonnin-damee mirkaneessa bu’uralee misoomaatti Ministir deetaa

  1. Ministeera Indaastirii

Obbo Shisammaa G/Sillaasee-damee bu’uraalee misoomaa fi bittaatti Ministir deetaa

Obbo Taarraqeeny Bulbultaa-damee guddinaa fi dorgomtummaatti Ministir deetaa

9.Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii

Dooktar Baayyisaa Badhaadhaa-damee qorannoo fi innooveeshiniitti Ministir deetaa

Aadde Huriyaa Alii- damee diinagdee ayiitii fi diijitaalaatti Ministir deetaa

  1. Ministeera Bishaanii fi Jallisii

Dooktar Abrihaa Addunyaa-damee bulchiinsa qabeenyaa bishaaniitti Ministir deetaa

Dooktar Injiinaar Nagaash Waaqshaaw- damee saaniteeshinii bishaan dhugaatiitti Ministir deetaa

Dooktar Injiinaar Sulxaan Waalii-damee misooma inarjiitti Ministir deetaa

11.Ministeera magaalaa fi bu’uaaraalee misoomaa

Obbo Faantaa Dajaan- damee bulchiinsa magaalaa fi kenniinsa tajaajilaatti Ministir deetaa

Obbo Heenook Warquu- damee manneenii fi misooma magaalaatti Ministir deetaa

Obbo Kaaliid Abdurraahimaan-damee bu’uraalee misoomaatti Ministirr deetaa

12.Ministeera Albuudaa

Obbo Miiliyoon Maatiyoos- damee to’annoo misoomaa boba’aa fi albuudaatti Ministir deetaa

Obbo Tomaas Tuut-damee qorannoo Ji’oo fi saayinsiitti Ministir deetaa

  1. Ministeera Fayyaa

Dooktar Darajjee Dhugumaa- damee tajaajilaa fi sagantaatti Ministir deetaa

Aadde Sahaarillaa Abdullaahii - damee Bulchiinsa qabeenyaa fi galteewwaniitti Ministir deetaa

Dooktar Ayyalaa Tashoomaa - damee ijaarsa dandeettiitti Ministir deetaa

14.Ministeera Barnootaa

Dooktar Saamu’eel Kiflee- damee misooma barnoota olaanootti Ministir deetaa

Dooktar Faantaa Maandafroo - damee Barnoota waliigalaatti Ministir deetaa

  1. Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii

Obbo Kaasahuun Gofee - damee bu’uuraalee misoomaatti Ministir deetaa

Obbo Bare’oo Hasen Bare’oo – damee tajaajilaa fi to’annootti Ministir deetaa

16.Ministeeraa Tuuriizimii

Obbo Silashii Girmaa- damee ga’umsa tuurizimii fi bu’uuraalee misoomaatti Ministir deetaa

Aadde Salaamaawwit Daawwit- damee beeksisa tuurisimii fi Bittaatti Ministir deetaa

  1. Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa

Aadde Ayyalech Isheetee- damee dhimma hawaasummaatti Ministir deetaa

Aadde Alamituu Umad- damee dhimma dubartootaa fi daa’immaniitti Ministir deetaa

Aadde Munaa Ahimad- damee dhimma dargaggootaatti Ministir deetaa

  1. Ministeera Galiiwwanii

Obbo Tasfaayee Tulluu- damee sirna taaksiitti Ministir deetaa
Aadde Masarat Masqalee- damee opreeshinii taaksiitti Ministir deetaa

  1. Ministeera Pilaanii fi Misoomaa

Aadde Xiruumaar Abaataa- damee hordoffii fi gamaggamaatti Ministir deetaa

Dooktar Namarraa Maammoo – damee pilaanii istaatiksii fi imaammataatti Ministir deetaa

  1. Ministeera hojii fi Kalaqaa

Dooktar Bakar Shaallee- damee ogummaa fi teekinikaatti Ministir deetaa

Obbo Asaggid Geetaachoo- damee dhimma hojjetaatti Ministir deetaa

Obbo Nugusuu Xilaahuun- damee hojii , bobbii hojii fi gabaatti Ministir deetaa

Aadde Nabiyaa Mahaammad- gorsituu Ministir deetaa

21.Ministeera Jallisii fi naannolee Gammoojjii

Dooktar Indriyaas Geetaa- damee qorannoo fi misooma naannolee gammoojjiitti Ministir deetaa

Dooktar Biraanuu Leenjisoo- damee proojektii misooma jallisiitti Ministir deetaa

  1. Ministeera Aadaa fi Ispoortii

Aadde Warqinash Birruu- damee misooma aadaa fi afaaniitti Ministir deetaa

Aadde Naafisaa Almaahiid- damee misooma kalaqa ogummaa aartiitti Ministir deetaa

Ambaasaaddar Masfin Charinnat- damee misooma Ispoortiitti Ministir deetaa

23.Waajjira Muummee Ministeeraa

Obbo Tasfaayee Dhaabaa- damee dhimma kaabineetti Ministir deetaa

Aadde Alamtsahaay Phaawuloos- damee to’annoo tajaajilaa fi bulchiinsa gaariitti Ministir deetaa

Obbo Warquu Guwaangul-damee hordoffii proojektiiwwan biyyaalessaatti Ministir deetaa

24 . Ministeera Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

Obbo Kabbadaa Deessisaa- Ministir deetaa

Aadde Salaamaawwit Kaasaa- Ministir deetaa

25 .Komishinii naamuusaa fi farra malaammaltummaa

Dooktar Saamu’eel Hurqaatoo- Koomishinara

26 .Komishinii Siivil Sarvisii

Dooktar Makuriyaa Hayilee- Koomishinara

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015