Manni maree bakka bu'oota Uummataa muudaaMuudamni Ministirootaa MM dhiissaan raggaase.

52

Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (TOI) - Manni maree bakka bu'oota Uummataa Ministirri Muummee FDRI dooktar Abiy Ahimad muudamoota Ministiroota dhiyeessan raggaasisee.

Manni marichaa sagalee deeggarsaa caalamaa fi sagalee mormii 2 fi kanneen sagalee hin keninee 12 ragga'e.

Haaluma kanaan,

1. Obbo Dammaqaa Mokonniin Itti aanaa Ministira muummee fi Ministira dhimma alaa

2. Obbo Umar Huseen Ministira Ministeera Qonnaa

3.Obbo Malaakuu Allebal Ministira Ministeera Indaastirii

4. Obbo Gabramasqal Caalaa Minsteera Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa

5. Injiinar Taakkalaa Uumaa Ministira Albuudaa

6.Ambaasaaddar Naasisee Caalii Ministira Tuurizimii

7. Aadde Mufariyaat Kamiil Ministira Hojii fi Kalaqaa

8.Obbo Ahimad Shiidee Ministira Maallaqaa

9. Obbo Laaqaa Ayyaalew Ministira Galiiwwanii

10. Dooktar Fitsum Asaffaa Ministira Pilaanii fi Misoomaa

11. Obbo Ballaxaa Mollaa Ministira Innooveeshinii fi Teeknoolojii

12. Aadde Daagmaawiit Magos Ministira Geejjibaa fi Loojistiksii

13. Aadde Caaltuu Saanii Ministeera Misooma Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa

14. Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittifaa Ministeera Bishaan fi Inarjii

15. Injiinar Ayishaa Mahaammad Ministeera Jallisii fi naannoolee Gammoojjii

16. Piroofeesar Birihaanuu Naggaa Ministira Barnootaa

17. Dooktar Liyaa Taaddasaa Ministira Fayyaa

18.Dooktar Ergoogee Tasfaayee Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa

19.Obbo Qajeelaa Mardaasaa Ministira Aadaa fi Ispoortii

20 .Dooktar Abrahaam Balaay Ministira Raayyaa Ittisaa

21.Dooktar Geediyoon Xiimootiyoos Ministira Haqaa

22.Obbo Binnaalfi Andu'aalem Ministira Nageenyaa

Ministiroonni kunneen sirna kakuu raawwataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015