Gurmaai’insa haaraan aangoon Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa 22 ta’uun dhiyaatan

Finfinnee, Fulbaana 26/2014 (TOI) – Gurmaai’insa aangoo Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa Mootummaa Federaalaa Diimookiraatwaa Rippaablika Ityoophiyaan haaraan Manneen hojii Ministirootaa 22 ta’uun dhiyaataniiru.

1. Ministeera Qonnaa

2.Ministeera Indaastirii

3.Minsteera Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa

4. Ministeera Albuudaa

5. Ministeera Tuurizimii

6. Ministeera Hojii fi Kalaqaa

7.Ministeera Maallaqaa

8. Ministeera Galiiwwanii

9. Ministeera Pilaanii fi Misoomaa

10. Ministeera Innooveeshinii fi Teeknoolojii

11. Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii

12. Ministeera Misooma Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa

13. Ministeera Bishaan fi Inarjii

14. Ministeera Jallisii fi naannoolee Gammoojjii

15. Ministeera Barnootaa

16. Ministeera Fayyaa

17.Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa

18.Ministeera Aadaa fi Ispoortii

19 .Ministeera Raayyaa Ittisaa

20.Ministeera Dhimma Alaa

21.Ministeera Haqaa

22.Ministeera Nageenyaa

Ministirri Muummee FDRI dooktar Abiy Ahimad gaaffiwwan miseensonni mana maree gurmaa'insa kana ilaalichisuun kaasan dhimmoota gurmaa’insawwan haaraa waliin walqabatee moggaasa, itti waamama, ergamaa fi qindoomina irratti ibsa kennaniiru.

11

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015