Manni maree federeshinii af- yaa'ii fi itti aantuu af-yaa'ii filate.

66

Finfinnee, Fulbaana 24, 2014 (TOI) – Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Aganyahu Tashaagar AF-yaa'ii mana maree Federeshinii ta'uun Filaman.

Obbo Aganyahu Tashaagar af- yaa'ii Mana Maree Federeshinii ta’uun kakuu raawwataniiru.

Manni Marichaa Aadde Zahaaraa Umad itti aantuu Af Yaa’ii Mana Maree Federeshinii tasisuun fileera.

Aadde Zahaaraanis itti aantuu mana maree Federeeshinii ta'uun kakuu raawwataniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015