Obbo Taggasaa Caafoo Af- Yaa'ii mana maree bakka bu'oota Ummataa FDRI ta'uun muudaman.

68

Finfinnee, Fulbanaa 24/2014(TOI) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Taggasaa Caafoo Af- Yaa'ii mana maree bakka bu'oota Ummataa FDRI taasisuun muudera.

Haaluma kanaan Obbo Taaggasaa Caafoo mana marichaa duratti sirna kakuu raawwataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015