Manni Maree naannoo Amahaaraa marsaa 5ffaa, bara hojii 7ffaa yaa'ii 18ffaa isa dhumaa hari'a taa'aa jira.

65

Finfinnee, Fulbaana 19/2014 (TOI) - Manni Maree naannoo Amahaaraa marsaa 5ffaa, bara hojii 7ffaa yaa'ii 18ffaa isa dhumaa hari'a taa'aa jira.

Yaa'ii kanaanis karooraa fi dhiheessii bajataa bara 2014, Bajataa mana murtii olaanaa fi Odiitara waliigalaa kan bara 2014, labsiin dhaabbi hundeeffama haaraa qamoolee raawwachiiftuu dhihaatanii irratti mariyatamuun ni murtaa'u jedhameera. AMC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015