Manni Maree magaalaa Finfinnee Muudama Kaabinee magaalichaa mirkaneesse

89

Finfinnee, Fulbaana 18/2014 (TOI) – Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa Mana Maree magaalaa Finfinnee muudama Kaabinee Magaalichaa raggaasiiseera.

1.Dooktar Qana’aa Yaadataa hogganaa Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa,

2.Aadde Tsuwwaay Mulunahi Hoggantuu Biiroo Haqaa,

3.Obbo Jamaal Aliyyii hogganaa Biiroo Misooma fi Bulchiinsa Lafaa,

4.Obbo Daawwit Yeshiixilaa Hogganaa Biiroo Geejjibbaa

5.Injiinar Hayyaalnesh Habtamaariyaam Hoggantuu Biiroo Dizzaayinii fi Hojiilee Ijaarsaa

6.Dooktar Muluuqan Habtuu hogganaa Biiroo Leenjii, Teeknikaa fi Misooma Teeknooloojii

7.Obbo Adam Nuur Waaballaa Hogganaa Biiroo Daldalaa,

8.Dooktar Yohaannis Caalaa Hogganaa Biiroo Eeggumsa Fayyaa,

9.Kaadhimamaa Dooktar Zalaalam Mulaatuu hogganaa Biiroo Barnootaa,

10.Dooktar Hannaa Yeshiinugus hoggantuu Biiroo Dubartootaa fi Dhimma Hawaasummaa

11.Dooktar Hiruut Kaasaw hoggantuu Biiroo Aadaa, Ogummaa fi Tuuriizimii,

12.Obbo Mulgeetaa Tafarraa hogganaa Biiroo Galiiwwanii,

13.Obbo Abrahaam Taaddasaa hogganaa Biiroo Dhimma Dargaggootaa fi Ispoortii,

14.Obbo Yoonaas Zawdee Hoggaanaa Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaa,

15.Aadde Tsigeredaa Warquu Hoggantuu Biiroo Miidhaginaa magaalaa fi Misooma Magariisaa

16.Dooktar Daadhii Wadaajoo hogganaa Komishinii Pilaanii fi Misoomaa,

17.Obbo Girmaa Seefuu Hogganaa Komishinii Invastimantii,

18.Obbo Yeesuuf Ibraahiim hogganaa Abbaa Taayitaa Bulchiinsa qabeenya mootummaa taasiisuun muudeera.

Manni marichaa Paartii Badhaadhinaa ala miseensoa paartilee siyaasaa biroo 2f muudamni laatame

Haaluma kanaan Obbo Girmaa Seefuu Miseen 'IZEMA'kan ta'an Hogganaa Komishinii Invastimantii, obbo Yeesuuf Ibraahiim immoo Paartii 'AbN' irraa hogganaa Abbaa Taayitaa Bulchiinsa qabeenya mootummaa taasiisuun muudeera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015