Pireezedaanti Saahilawarqi Zawudee daarektara olaanaa Afriikaa Bahaa Baankii Misooma Afriikaa waliin mari’atan.

80

Finfinnee,Fulbaana 18/2014(TOI)- Pireezedaanti Saahilawarqi Zawudee daarektara olaanaa Afriikaa Bahaa Baankii Misooma Afriikaa Ni’inaa Niwaabuufoo waliin sosochii Baankichi Itiyoophiyaafi Ganfaa Afriikaarratti taasisuurratti ibsa taasisaniiru.

Piroojektiiwwan Itiyoophiyaafi Ganfaa Afriikaatti raawwataman ilaalchisee ibsa taasisaniiru.

Baankii Misooma Afriikaa carraaqqiiwwan misooma hawasummaafi diinagdee ardiichaa deeggaruuf kan hundaa’edha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015