Yaa’iin mana maree Magaalaa Finfinnee haaraan geggeeffamaa jira

109

Finfinnee, Fulbaana 18/2014 (TOI) - Yaa’iin mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee haaraan gaggeeffamuu jira.

Yaa’iin kun muudamootaa hara'aa muudamoota adda addaa kenneera.

Haaluuma kanaan Aaddee Buzeenaa Alqaadir Af-yaa'ii Mana maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee ta'uun filaman.

Aadde Faayizaa Mahaammad Itti aantuu Af Yaa’ii magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman

Aaddee Adaanech Abeebee Kantiibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudamaniiru.

Kanneen muudaman kun sagalee wayyabaan filannoo ji'aa waxabajjii keessa geggeeffamee kan hin jifatee Paartii Badhaadhinaa waan ta'eef dhiyeessummaa Itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee obbo Mallas Alamiin dhihaatee hordoofuun mannii mariicha sagalee kennuun muude.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015