Ayyaanni Masqalaa guutuu biyyaatti sirnoota adda addaan kabajamaa jira

62

Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (TOI)- Ayyaanni Masqalaa guutuu Itoophiyaatti sirnoota garagaraatin kabajamaa jira.

Itoophiyaatti Haftee hambaa Dhaabbata Bartootaa, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO)ta'aanii galmaa’aan keessaaa tokko ayyaana Masqalaati.

Ayyaanni Masqalaa bara 2005 haftee hambaa dhaabbata barnoota, Saayinsii fi Aadaa mootummoota Gamtoomanitti bara 2005 galma'e.

Ayyaanichi kan bara kanaa kaleessarraa eegalee sirnoota amantaa fi aadaa garagaraatin guutuu biyyaatti kabajamaa jira.

Guyyaa kaleessaas ayyaanni Daamaraa bakka hordooftoonni amantaa kiristaanaa fi hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon argamanitti addabaabaayii Masqalaatti kabajameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015