Caffeen Oromiyaa yaa'ii gaggeessuu eegale

73

Finfinnee, Fulbaana 15/2014 (TOI) - Caffeen Oromiyaa yaa'ii xumuuraa bara hojii caffee 5ffaa fi yaa'ii duraa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa gaggeessuu eegaleera.

Yaa'ichi eebba abbootii Gadaan eegalameera.Yaa'ii kanaan Sirni gaggeessaa miseensoota Caffee duraa fi simannaan miseensoota haaraa filatamaniif ni taasiifama jedhameera.

*Suuraan kan OBN

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015