Hoggantoonni olaanoo Mana Amantaa Ortodooksii Tawaayidoo Itoophiyaa 12 miseensoota Koongirasii Ameerikaa waliin mari’atan

57

Finfinnee, Fulbaana 6/2014 (TOI)- Hoggantoonni olaanoo Mana Amantaa Ortodooksii Tawaayidoo Itoophiyaa Ameerikaa fi Kaanadaa jiraataan miseensoota Koongirasii Ameerikaa Waashiingitan Diisiitti mari’ataniiru.

Mariichaan dhugaa Itoophiyaa miseensoota Kongirasiif hubachiisuun isaanii beekameera.

Hoggantoonni kunneen haaluma walfakkatuu hoggantoota Ministeera Dhimmaa Alaa fi Seenaatarootaa Ameerikaa waliin mari’chuuf beellamaa qabachuun isaanii ibsameera.

Hoggantoonni mana amatichaa hoggantoota kanneen waliin walarguun ejjennoo burjaja’aa Ameerikaan Itoophiyaarratti qabattee jirtu sirreessuuf ni gargaraa jedhamuu ragaan yaa’ii dhaabbilee amataarra argamee ni muul’dhisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015