Paartiileen siyaasa morkattoota sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhutti dabalamuun mallattoosanii kaa'aniiru.

63

Finfinnee, Fulbaana 6/2014 (TOI)- Paartiileen siyaasaa morkattootaa garagaraa sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhutti makamuun mallattasoosanii ka’aaniiru.

Dhugaa Itoophiyaa addunyaatti beeksisuuf kan kaayyeeffatee sochiin ''Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ torbee kana eegaluun isaa ni yaadatama.

Sagantaan kun hanga guyyaa 15tti itti fufaa jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015