Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee lammilee Naannoo Amahaaaratti buqqa'aniif deeggrasa birrii miiliyoona 300 olii taasisee.

Fulbaana 05/2014(TOI)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee naannooo Amahaaratti lammilee sababaa garee shororkeessaa ABUT qe'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggrasa maallaqaafi bifiyyeen Birri miliyoona 300fi Miliyoona 85fi kuma 100 oli tahu taasise.

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee deeggrsi kenne maallaqaan Birri miliyoona 300fi miliyoona 50 yoo tahu deeggarsa bifaan ammoo Birri miliyoona 35fi kuma 100fi kuma 34fi 128tti tilmaamamu tahuus ibsameera.

Deeggarsichaas Kantiibaa Itti Aantuun Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Habeebeefi Pireezidaantin Naannoo Amaaraa Obbo Aganyahuu Tashaagar walharkaa fudhiinsa taasisaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015