Guyyaan gootummaa mata duree ‘kabajni goototaaf ‘ jedhuun Finfinneettii kabajamaa jira

57

Finfinnee,Qaammee 4/2013(TOI) - Guyyaan gootummaa mata duree ‘Kabajni goototaaf’ jedhuun magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.

Sagantaa kanarratti itti aanaan Ministiraa Muummee fi Ministira dhimmaa alaa obbo Dammaqaa Mokonnoon, itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee, hooggantoonni Raayyaa ittisa Biyyaa, fi hooggantoonni mana hojii mootummaa biroon argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015