Chaayinaan Talaallii Covid-19 Itoophiyaaf doozi kuma 300 deeggarsaan kennite.

60

Finfinnee, Hagayya 17/2013 (TOI)- Chaayinaan Talaallii Covid-19 Itoophiyaaf doozi kuma 300 deeggarsaan kennite.

Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhiyaaw Zhiyoowaan talaalliicha buufata xiyyaaraa Boolee Idil Addunyaatti argamuun fudhaniiru.

Beejing tumsa Koovaaksiin talaallii vaayrasii koroonaa Doozii kuma 300 erguu ishees Ambaasaaddarichi himaniiru.

Talaallichi kutaa hawaasa barnoota keessaatti argamaniif kan ooluu ta’uu Dooktar Liyaan ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015