Jiraattoonni naannoo Sidaamaa garee shororkeessaa ABUT hiriira bahuun balaaleeffatan

55

Finfinnee, Hagayya 14/2013 (TOI)- Jiraattoonni naannoo Sidaamaa garee shororkeessaa ABUT akka balaaleeffatanii fi raayyaa ittisa biyyaa akka deeggaran hiriira bahuun ibsaniiru.

Jiraattoonni naannichaa raayyaa ittisa biyyaa deeggaruun garee Shororkeessaa ABUT kan balaaleeffatan ta’uu ibsaaniiru.

Hirmaattoonni hiriirichaa dhaadannoowwan garagaraas dhageessisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015