Ministirri Dhimma alaa Aljeeriyaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan.

72

Finfinnee,Adoolessa 21/2013(TOI)-Ministirri Dhimma alaa Aljeeriyaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan.

Ministirri Dhimma Alaa Aljeeriyaa Raamatan Laamamraan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.

Deetaan ministira dhimma alaa Ambaasaddar Burtukaan Ayyaanoo ministirichaaf buufata xiyyaara idil-Adduunyaa Booleetti argamuun simataniiru.

Ministirichi turtii isaanin Pirezedaanti Saahilawarqi Zawudee,Ministira Muummee Dr,Abiyyi Ahimadiifi Ministira muummee itti aanaafi ministira dhimma alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin waliin ni mari’atu jedhameet eegama.

Ministeera dhimma alaarraa odeeffanne

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015