Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegale

72

Finfinnee, Waxabajjii 30/2013 (TOI)- Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegaleera.

Hojii haaromsichaa eegaluufis torbee lama dura waliigalteen taasifamee turuun isaa ni yaadatama.

Bu’uuruma waliigaltichaanis hojiin haaromsa har’a eegaleera.

Haaromsiichi kan raawwatu dirree kubbaa miilaa, kutaawwan uffannaa fi dhiqannaa, mana fincaanii hordooftootaa fi elektirikaa kan haammateedha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015