Pirezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan Finfinnee galan

91

Finfinnee, Waxabajjii 1/2013 (TOI)- Pirezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.

Pirezdaant Uhuuruu Keeniyaatan buufata xiyyaaraa Boolee Idil Addunyaa wayita ga’an Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa taasisaniifiru.

Pirezdaantichi turtii isaaniin hoggantoota hojii mootummaa olaanoo Itoophiyaa waliin ni mari’atun jedhamee eegama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015