Godina wallagga Lixaa Aanaa Najjootti humna meeshaa waraanaa hidhataniin namoonni shan ajjeefaman

80

Bitootessa 10/2011 Godina wallagga Lixaa Aanaa Najjoo Ganda Humna Waaqayyoo jedhamuutti guyyaa har’aa ganama keessaa sa’aatii tokkoofi walakkaa irratti humnoonni meeshaa waraanaa hidhatanii socho’an namoota shan haala sukkaneessaa ta’een ajjeesuu isaanii biiroon koomunikeeshinii  oromiyaa ibse..

Namoota ajjeefaman keessaa 3 lammiilee Itoophiyaa Yoo ta’an lamaan ammoo lammiilee biyya alaa ta’uunisaanii ibsameera.

Dhimmicha ilaalchisee odeeffannoo  dabalataa akka  ibsus biirichi  addeessee jira.

Maddi- BDhKMNO

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015