Lammiileen Itoophiyaa 295 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

70

Finfinnee, Eebila 13/2013 (TOI) - Lammiileen Itoophiyaa 295 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aan daayreektara Jeneraa dhimmoota Qoonsilaa buufata Xiyyaaraa idil Addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simachuu isaanii ragaan waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni agarsiisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015