Daandiin qilleensichaa talaallii vaayirasii koroonaa gara Biraaziilitti imalchiise

52

Finfinnee, Eebila 9, 2013 (TOI) –Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa talaallii vaayirasii koroonaa miiliyoona 3.5 Shaangaay gara Biraaziil Saa’oo Paalootti imalchiiseera.

Hojii raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensaa Itoophiyaa obbo Tawaldee Gabra Maariyaam, daandiin qilleensichaa weerarri vaayrasii koroonaa erga muul’dhateerraa eegalee tattaaffii vaayirasichaa ittisuuf taasifamuu tumsuuf gaheesaa ba’aa jira jedhaniiru.

Hanga ammatti talaallii covid-19 miiliyoona 20 ol biyyoota 20 ta’aan oliif imalchiiseera jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015