Dooktar Abiyyi Jiibuutti yeroo 5ffaa Pirezidaantii ta'anii kan filamaan Ismaa'el Giileen baga gammadsan jedhan

126

Finfinnee, Ebla 2/2013(TOI)- Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad pireezedaantiin Jiibuutii Ismaa'el Omaar Giilee filannoo moo'chuusaanitti erga baga gammaddani dabarsaniiruuf.

Itoophiyaan Pireezedaant Ismaa'el Omaar Giileefi biyya isaanii Jiibuutiif badhaadhina Kan hawwitu tahuufi michummaafi ollummaan biyyota lamaanii cimee kan itti fufu tahu fuula feesbuukii isaanirratti ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015