Dooktar Abiy hoggantoota hojii sadiif muudama laatan

87

Finfinnee,Bitootessa 27/2013(TOI)- Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad hoggaantota 3 muudama laatan.

1. Mahammed Idiriis Mahammed Daarektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Biroodkaastii Itoophiyaa.

2.Yoonaataan Tasfaayee Raggaasaa Daarektara Olaanaa Ittaanaa Abbaa Taayitaa Biroodkaastii Itoophiyaa.

3.Gizaaw Tasfaayee Daarektara Olaanaa Ittaanaa Abbaa Taayitaa Biroodkaastii Itoophiyaa ta’uun muudamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015