Siimpooziyeemiin Aadaa, Seenaa fi Afaanii 14ffaan Silxee kabajamaa jira

60

Finfinnee, Bitootessa 26/2013 (TOI) – Siimpooziyeemiin Aadaa, Seenaa fi Afaanii 14ffaan Silxee addabaabayii michummaatti kabajamaa jira.

Akkasumas guyyaan bulchiinsi godina Silxee ofiin of bulchuu eegale waggaa 20ffaanis kabajamaa jira.

Sirnicharratti itti aantuu Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonn olaanoon bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi hoggantoonni godinichaa argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015