Boordichi dhaabbilee Sivilii waliin mar'ate.

57

Finfinnee,Bitootessa 22/2013(TOI)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa dhaabbilee siivilii biyya keessaa filannoo marsaa 6ffaa taajjabuuf heyyama argatan mar'ate.

Sagantaan kunis hoggansa boordichaa kan ta’an Obbo Fiqree Gabrahiwootiin kan baname yoo ta’u,kutaaleen hojii boordichaafi raawwii hojii adeemsa filannoo ilaalchisee ibsa waligalaa kennaniiru.

Haaluma kanaan hirmaattotarraa gaafiwwaan dhiyaachuun deebiin irratti kennameera.

Hirmaattoota dhaabbilee siviilii kanneenif gama hoggansa boordichaan waraqaan ragaa kennamuun sagantichi xumuramusaa ragaan Boordii Filannoo Biyaaleessaarra argame ni muldhisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015