Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa irratti komiiwwan dhiyaataniifii dhimmoota Filannoo qofa kan ilaalu dhaddachoota 21 hundeessuu Manni Murtii Federaalaa beeksise.

82

Finfinnee,Bitootessa 10/2013(TO)-Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa irratti komiiwwan dhiyaataniifii dhimmoota Filannoo qofa kan ilaalu dhaddachoota 21 hundeessuu Manni Murtii Federaalaa beeksise.

Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Koreen dhaabbi dhimma seeraa,Haqaafii Diimokiraasii dhimmoota Falannoon walqabatan haala itti keessummeessuun danda’amu irratti ogeeyyii seeraa waliin mari’ateera.

Wayita marii kanattis dhimmoota Filannoo qofa kan ilaalan Mana Murtii olaanaatti dhadachoota 10,Mana Murtii Federaalaa sadarkaa jalqabaatti dhaddachoonni 11 hundaa’uun himameera.

.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015