Lammiileen Itoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.

43

Finfinnee, Bitootessa 10/2013 (TOI) - Lammiileen Itoophiyaa 338 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun deebitoota kanneen simachuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’dhisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015