Obbo Dammaqaa Mokoniin Pireezidantii Sudaan kibbaa waliin mari’atan.

1076

Finfinnee,Gurraandhala 30/2013(TOI)-Ministirri Muummee Itti aanaa fi Ministirri Dhimma Alaa, Obbo Dammaqaa Mokonnoon Pirezedaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardeet waliin Jubaatti mari’atan.

Hoggantoonni kunneen Hariiroo fi waldeeggarsa biyyoota lamaanii gara sadarkaa olaanaatti ceesisuuf walii galuusaanii jedhamera.