Humni addaa humna qilleensaa leenjiirra ture Duukamitti agarsiisa utaalcha qilleensarraa agarsiise. - ENA Afaan Oromoo
Humni addaa humna qilleensaa leenjiirra ture Duukamitti agarsiisa utaalcha qilleensarraa agarsiise.

Finfinnee Gurraandhala 24/2013 (TOI)- Humni addaa humna qilleensaa leenjiirra ture Duukamitti agarsiisa utaalcha qilleensarraa agarsiise.
Sirna kanarratti Itamaajor shuumiin waliigala FDRI Jeneral Biraanuu Juulaafi hoggantoonni raayyaa Ittisa biyyaa biroon argamaniru.
Utaalchi qilleensarraa humni addaa Humana qilleensaa Itoophiyaa agarsiise kun sadarkaa guddinaa inni irraa gahee kan ittin agarsiseedhas jedhamera. Kana malees leenjitoonnii kun hojii humana qilleensaa cinaatti leenjii opireeshinii lolaa fudhachaa kan turanidha.
Gama biroon buufata leenjii humana addaa jala kan ture mana barnoota humna qillensaa jabeessuuf ijarsaa gamoo haaraaf dhagaan bu'uura ka'amera.