Hoggantoonni paartii badhaadhina waajjira olaanaa naannoo Tigiraay fi godina matakkaliif gargarsaa namoomaaf kan oluu miindaa ji'aa isaanirra haraka 50 arjooman

74

Finfinnee,Gurraandhala 18/2013(TOI) - Hoggantoonni paartii badhaadhina waajjira olaanaa naannoo Tigiraay fi godina matakkaliif gargarsaa namoomaaf kan oluu miindaa ji'aa isaanirra haraka 50 arjooman

Waamicha mootummaan Federaala, naannoo fi hawaasni namoota gargaarsi namooma barbaachisu akka gargaraan dhiyaate hordofuun mootummoonni naannoolee, dhaabbileen dhuunfaafi mootummaa akkasumas lammileen gargarsaa gochaa kan jiran ta'uu paartii badhaadhinaatti ittigafatamaa qunnaamtii hawaasaa fi biyyaa alaa Dooktar Biqilaa Hurrisaa tajaajila Oduu Itoophiyaatti himaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015