Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaa dhaabbilee Waldaa Siiviilee 57f marsaa 3ffaan beekkamtii laachuu ifoomseera.

74

Finfinnee, Gurraandhala 12/2013 (TOI) - Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaa dhaabbilee Waldaa Siiviilee 57f marsaa 3ffaan beekkamtii laachuu ifoomseera.

Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaa dhaabbileen waldaa Siiviilii filannoorratti barnoota akka laatan waamicha dhiyeesseen dhaabbilee waldaa Siiviilii iyyannoo galchatan gamaaggamuun kanneen ulaagaa guutaaniif marsaa 1ffaa fi 2ffaan beekkamtii laachuun isaa kan yaadatamuudha.

Boordichi marsaa 3ffaan Dhaabbilee waldaalee Siiviilii 57f beekkamtii laachuu beeksiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015