Yuunivarsiitiin Maqalee hojii baruuf barsiisuu idilee eegaluu beeksiseera - ENA Afaan Oromoo
Yuunivarsiitiin Maqalee hojii baruuf barsiisuu idilee eegaluu beeksiseera
56
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (TOI)- Yuunivarsiitiin Maqalee hojii baruuf barsiisuu idilee eegaluu beeksiseera.
Yuunivarsiitichaatti Daayrekatarri Tajaajila barattoota Dooktar Kasataa Laggasaa hojii baruu fi barsiisuu kan eegalan barattoota kuma 13 eegaman keessaa barattoota hedduu simachuurrratti himuun, barattoonni hafaanis galaa jiraachuu ibsaniiru.
Barattoonni Gurraandhala 1, 2013 eegalee barnoota isaanii hordofaa jiraachuu beeksisaniiru.
Dareen barnoota, manneen ciisichaa, kutaan mana nyaataa bifa ittisa koroonaa eeggatee qophaa’uu himaniiru.