Bara kana qormaanni biyyaaleessa Kutaa 12ffaa karaa onlaayiinii kennaamuun hafeeera.

183

Finfinnee, Gurraandhala,4/2013(TOI)-Bara kana qormaanni biyyaaleessa Kutaa 12ffaa karaa onlaayiinii kennaamuun hafeeera.

Ministirri Barnootaa Dr. Injinaar Geetaahuun Makuuriyaa akka himanitti qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffa bara kanaa kennuuf ministeerrichi karaa teekinolojiitiin karoora qabatee turus sababaa Vaayrasii koroonaatiin taabileetonni ittin qoramanni kennaamuuf yaadame yeroon gara biyyaatti galichuu waan danda'amneef waraqaadhaan qormaata kennuuf mirteeffamera.

Haaluma kanaan Gurraandhala 29 irraa jalqabee qormaanni biyyaaleessa kutaa 12ffaa ni kennamaa jedhaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015