Yaa'in abbootii amataa fi jarsoolii biyyaa haala yeroo irratti mari'achuuf Maqalee dhaqan.

91

Finfinnee, Gurraandhala,1/2013 (TOI)-Yaa'in abbootii amataa fi jarsoolii biyyaa haala yeroo irratti mari'achuuf akkasumas gargaarsa taasisuuf gara naannoo Tigiraay deemuu walittiqabaan yaa'ii abbootii amantaa Itoophiyaa luba Taagay Taddalaa himaniru

Hara'a irra jalqabees gareen kun magaalaa Maqalee guyyoota sadiif akka turu himaniru.

Luba Taagay akka tajaajila Oduu Itoophiyaatti himanitti, gareen kun gyyoota achi turu keessaatti hawaasaa fi kanneen dhimmi ilaallatu biroo waliin ni mari'ata jedhaniru.

Keessaattu gariichi yeroo hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu keessatti hojjetamaa tureen rakkoo walii galaan mudatee caalaatti immoo manneen amataa irra kan gahee irratti caalaan akka mari'atuus himaniru.

Kanaa malees gara fulduratti naannicharratti maartu ta'uu akka qabuu abbooti amantaa, hawaasa, dhimmaa nageenyaa, akkasumas mootummaa waliin ni mari'atamas jedhamera.

Dhaabbile amantaa Miseensoota ya'iicha kan ta'anii gargarsaa kan kennuus jedhamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015